『Understand Aboriginal land rights in Australia - Australia keessatti Mirga dachee Aboriginaa hubachuu』のカバーアート

Understand Aboriginal land rights in Australia - Australia keessatti Mirga dachee Aboriginaa hubachuu

Understand Aboriginal land rights in Australia - Australia keessatti Mirga dachee Aboriginaa hubachuu

無料で聴く

ポッドキャストの詳細を見る

このコンテンツについて

You may hear the protest chant, “what do we want? Land rights!” —but what does it really mean? Land is at the heart of Aboriginal and Torres Strait Islander identity, culture, and wellbeing. Known as “Country,” it includes land, waterways, skies, and all living things. In this episode of Australia Explained, we explore Indigenous land rights—what they involve, which land is covered, who can make claims, and the impact on First Nations communities. - Lallaba mormii “maal barbaadna? Mirga dachee!” jedhu tarii dhageessee jirta taha – garuu dhugumaan kun maal jechuun dha? Dacheen handhuura eenyummaa, aadaa, fi nagahooma Aboriginal fi Torres Strait Islander ti. “Biyya” kan jedhamu, dachee, galaana, samii, fi umama jiru hunda dabalee ti. Qophii Australia Ibsamuu jedhu kana keessatti, mirgoota lafaa kan Abbootii dachee – maalfaa akka isaan of keessaa qaban, dachee akkamii akka dabalee jiru, eenyu falmachuu danda’aa, fi dhiibbaa inni Hawaasa Saboota Jalqabaa irratti qabu sakatta’uu yaalla.
まだレビューはありません