エピソード

  • Bonus Practice: #117 Borrowing books at the library (Med) - Shaakala dabalataa: #117 Kitaaba ergifachuu (Med)- SBS Learn English
    2026/09/23
    Practise speaking the dialogue from episode #117 Borrowing books at the library (Med). - Qophii #117 kana irraa waliin dubbatnaa shaakalaa. Mana kitaabaatii kitaaba ergifachuu yeroo deemtan afaan fayyadamtan irraa barattu.

    Find the full episode, learning notes and more free resources at SBS Learn English. - Find the full episode, learning notes and more free resources at SBS Learn English.
    続きを読む 一部表示
    4 分
  • What are Indigenous Protected Areas in Australia? - Australia keessatti “Indigenous Protected Areas” jechuun maal?- Australia Explained
    2026/09/23
    National parks, nature reserves, marine sanctuaries and Indigenous Protected Areas protect different environments and operate under different rules. What makes an Indigenous Protected Area different, and how can you find out whether you are welcome to visit? - Oolmaan ummataa ykn Paarkiin biyyaalessaa, kuusawwan uumamaa, bakkewwan galaanaa fi bakkoota Eegamoo Abbootii Dachee(Indigenous Protected Areas) naannowwan gara garaaf eegumsa taasisu akkasumas seera gara garaa jala bulu. Naannoo Eegumsaa kan Abbootii Dachee wanti adda taasisu fi daawwachuun ni eyyamamaa adda akkamitti baruu dandeessa?
    続きを読む 一部表示
    10 分
  • #117 Borrowing books at the library (Med) - #117 Mana kitaabaa irraa kitaaba ergifachuu(Med)- Learn English
    2026/09/16
    Learn English useful for visiting a library. Practise everyday phrases for returning borrowed items, asking about late fees and due dates, renewing items, reserving titles, and using the library catalogue. - Mana kitaabaa deemtee kitaaba ergifachuuf , jechoota afaan Inglishii fayyadoo tahan baradhu. Kitaaba ergifachuu fi deebisuuf, yoo of harka tursite hagama akka si kafalchiisaan, guyyaa itti deebi'uu qabu ykn guyyaa dabala yoo barbaadde irra deebitee haaromfachuuf, dabrees ammoo akkaataa itti sakatta'anii kitaaba barbaaddatan, mata duree kitaaba barbaadduu argachuu kana kana hundaaf jechoota haaraa guyya guyyaatti shaakali.

    Keep practising the phrases from this episode and test what you’ve learned with our quiz here. - Keep practising the phrases from this episode and test what you’ve learned with our quiz here.
    続きを読む 一部表示
    16 分
  • Travelling safely in rural and remote Australia - Baadiyaa fi lafa fagoo Australia keessa nageenyaan imaluu - Australia Explained
    2026/09/16
    Australia is a vast and diverse country to explore, but driving in rural and remote areas can involve conditions you may not encounter in cities. Knowing what to expect and how to prepare can help you travel more safely and confidently. - Biyya Australia guddoo fi aada daneettii biyyaa isin ilaaluu qabdani dha garuu gara baadiyaa fi naannawa fagoo yeroo ooftan haallan magaalaa keessatti hin agarre isin mudachuu danda’a. Daandii gara baadiyaa geessu irra yeroo deemtan maaltu isin mudachuu akka malu beekuu fi dursitanii of qopheessuun nageenyaa fi of irratti-amantummaan geessanii deebi’uuf isin gargaara.
    続きを読む 一部表示
    13 分
  • Artist Ilfinesh Qannoo mallattoo Tokkummaa turte- obo Baarentoo Gadaa - Farewell
    2026/09/10
    Keessummaan qophii keenya har'aa obbo Baarentoo Gadaa ti. aaf-gaafii waliin taasifne caqasuun qophii keenya torban torbaniin dabrus faana bu'uu hin dagatinaa. Artistii fi Falmattuun mirga namoomaa aadde Ilfinesh Qannoo addunyaa kana irraa du'aan boqotte. Artis Ilfinesh, nama ijoollee dubaraa lama qabdu fi haala tasgabbaa'insa biyya keessaa dhabamuu irraa kan ka'e yeroo dheeraaf biyya Norway jiraachaa turte.
    続きを読む 一部表示
    9 分
  • How can my child learn about Indigenous Australia? - Ijoolleen koo waa'ee Abbootii Dachee Australia akkamiin barachuu danda'u - AE
    2026/09/10
    Supporting your child’s connection with the world’s oldest continuing living culture is one of the greatest gifts you can offer them while raising them in Australia. But if you’re new to the country, you may be unsure where to begin. Here are some starting points and ideas to help you and your child learn about Aboriginal and Torres Strait Islander peoples, cultures and history. - Walitti dhufeenya ijoolleen keessan aadaa addunyaa irratti turaa tahe akkasumas jiraataa fi itti fufiinsa qabu deeggaruun ijoollee keessan Australia keessatti guddachaa jiraniif kennaawwan gurugddaa kennuufii dandeessan keessaa isa tokko dha. Garuu yoo biyyattiif haaraa taatan eessaa akka eegaltan beekuu dhiisuu maltu. Ijoolleen keessan waa'ee aadaa fi seenaa ummattoota Abbootii Dachee fi Torres Strait Islander akka baraniif qabxiiilee fi yaaddan isin gargaaruu danda'an tokko tokko kunoo ti.
    続きを読む 一部表示
    7 分
  • Bonus Practice: #116 Visiting a vet (Med) - Shaakala Dabalaa: #116 Tajaajila ogeessa beeyladaa
    2026/09/02
    Practise speaking the dialogue from episode #116 Visiting a vet (Med) - Shaakala dabalaa #116 kana irraa jechoota waliin dubbatnaa keessatti dhageessan hedduu barattu.

    Find the full episode, learning notes and more free resources at SBS Learn English. - Find the full episode, learning notes and more free resources at SBS Learn English.
    続きを読む 一部表示
    16 分
  • Birth and pregnancy care options in Australia - Da'umsaa fi ulfa ilaalchisee filannowwan Australia keessa jiran- Australia Explained
    2026/09/02
    If you're first-time parents in Australia, choosing where and how to give birth can feel overwhelming. Whether you go through the public or private health system, it is important to understand your options and know where to reach out for advice to make the right decision for you and your baby. - Australia keessatti reef jalqabaaf daa'ima godhachuuf tahe, eessatti akka deessuu fi akkamtitti akka deessu filachuun xiqqoo rakkisaa tahuu mala. Kan yoo mana yaalaa mootummaa ykn kan dhuunfaatti da'uu barbaadduu filannowwan jiran beekuun kee baayyee barbaachisaa dha. Akkasumas ofii kee fi daaíma keef murtii qajeelaa fudhachuuf eessaa akka gorsa argattu illee beekuun kee dansa.
    続きを読む 一部表示
    12 分