『SBS Afaan Oromoo』のカバーアート

SBS Afaan Oromoo

SBS Afaan Oromoo

著者: SBS
無料で聴く

概要
Oduun bilisaa fi seenaa, sagalee SBS irraa, jireenya Austraaliyaa keessaa waliinii fi hawwasa Oromoo Austraaliyaan walitti si hidha.Copyright 2026, Special Broadcasting Services 政治・政府
エピソード
  • Bonus Practice: #120 Going to a wedding (Med) - Shaakala dabalaa: #120 Cidha deemuu(Med) - Learn English
    2026/11/11
    Practise speaking the dialogue from episode #120 Going to a wedding (Med) - Qophii #120 Cidha deemuu jedhu irraa jechoota afaan Inglishii shaakaltu.

    Find the full episode, learning notes and more free resources at SBS Learn English. - Find the full episode, learning notes and more free resources at SBS Learn English.
    続きを読む 一部表示
    4 分
  • #120 Going to a wedding (Med) - #120 Cidha deemuu (Med) - Learn English
    2026/11/11
    Learn English useful for going to a wedding. Practise asking about the ceremony and reception, talking about gifts and gift registries, and inviting someone as your plus-one. - Cidha deemuu waliin dubbannaa jedhu caqasuun jechoota isin fayyadan barattu. Waa'ee qophichaa fi bakka cidhaa akkasumas kennaa maal akka kennamuu, akkamitti akka kennamu fi nama afeeruu irraa waliin dubbachuun jechoota haaraa fi maayyii baasan baayyee barattu.

    Keep practising the phrases from this episode and test what you’ve learned with our quiz here.
    - Keep practising the phrases from this episode and test what you’ve learned with our quiz here.
    続きを読む 一部表示
    12 分
  • Women’s legal services in Australia: Understanding your options - Tajaajila Seeraa Dubartootaa Australia keessaa: Filannoota qabdan hubachuu - AE
    2026/11/11
    Workplace discrimination, gender-based violence and financial inequality—these are just some of the reasons why women need dedicated legal services. You don’t have to navigate the legal system alone. In Australia, free legal services exist to advocate for vulnerable women in ways that are safe, confidential and culturally appropriate. - Loogiin bakka hojii, jeequmsi saalaa irratti hundaawee fi maallaqa irratti wal-qixxummaa dhabuun kun kun hund- sababoota dubartootni tajaajila seeraa of dandanda’e barbaadaniif keessaa muraasa. Seera sirnichaa kophaa kee baruuf dhipachuu hin qabdu. Australia keessatti tajaajilli seeraa bilisa dubartoota rakkoolee adda addaatti saaxilamoo ta’aniif karaa Nageenya qabu, iccitiin eegamee fi aadaa waliin wal simuun lallisuuf jira.
    続きを読む 一部表示
    14 分
adbl_web_anon_alc_button_suppression_t1
まだレビューはありません