『Irreechi aadaa keenya nu waliin biyya bahe jabaatnee dhaloota barsiisuu qabna - Ob.Gammachuu Badhaadhaa』のカバーアート

Irreechi aadaa keenya nu waliin biyya bahe jabaatnee dhaloota barsiisuu qabna - Ob.Gammachuu Badhaadhaa

Irreechi aadaa keenya nu waliin biyya bahe jabaatnee dhaloota barsiisuu qabna - Ob.Gammachuu Badhaadhaa

無料で聴く

ポッドキャストの詳細を見る

このコンテンツについて

Irreechi Afraasaa kan bara kanaa Dilbata Dabree kabajamee oole. Haawaasni Oromoo Melbourne bakka heddumminaan argamanitti, Ayyaanni Irreechaa Daandenong bakka tarkaanfii kuma tokko jedhutti kabajame. guyyaa kana ijoolleen, dubartootnii fi abbootiin uccuu aadaan faayamanii kan argaman ture. Ayyaanni Irreechaa kun eebbaan jalqabe, ganna biqiqltuu lafa buusan, abdiin itti eeggatan tahuus abbootiin haasawa godhan dubbataniiru.

Irreechi aadaa keenya nu waliin biyya bahe jabaatnee dhaloota barsiisuu qabna - Ob.Gammachuu Badhaadhaaに寄せられたリスナーの声

カスタマーレビュー:以下のタブを選択することで、他のサイトのレビューをご覧になれます。