『First Nations languages: A tapestry of culture and identity - Adda-addummaa afaanota Saboota Jalqabaa: Aadaa fi Eenummaa』のカバーアート

First Nations languages: A tapestry of culture and identity - Adda-addummaa afaanota Saboota Jalqabaa: Aadaa fi Eenummaa

First Nations languages: A tapestry of culture and identity - Adda-addummaa afaanota Saboota Jalqabaa: Aadaa fi Eenummaa

無料で聴く

ポッドキャストの詳細を見る

このコンテンツについて

Anyone new to Australia can appreciate how important it is to keep your mother tongue alive. Language is integral to your culture and Australia's Indigenous languages are no different, connecting people to land and ancestral knowledge. They reflect the diversity of Australia’s First Nations peoples. More than 100 First Nations languages are currently spoken across Australia. Some are spoken by only a handful of people, and most are in danger of being lost forever. But many are being revitalised. In today’s episode of Australia Explained we explore the diversity and reawakening of Australia’s First languages. - Namni kam illee Australiyaaf haaraa tahe afaan dhaloota ofii tikfachuun hangam barbaachisaa akka tahe ni beeka. Afaan aadaa waliin wal qabataa dha. Afaan Abootii Dachee Australiyaas lafaa fi beekumsa dhalootaan argatan ummata isaanii waliin wal fudhachiisuu irratti addummaa hin qabu. Guutummaa Australia keessatti afaan Saboota Jalqabaa 100 ol tahutu dubbatama. Kaan isaa namoota hanga murtoofte qofaan dubbatama; irra hedduun afaanichaa garuu qarqara baduu irra gahanii jiran. Garuu hedduun isaanii ammoo deebisanii dandamataa jiran. Qophii Australia Ibsuu har’aa kana keessatti adda-addummaa fi deebisee of dandamachiisaa jiraachuu afaanota Jalqabaa Australia ilaalla.

First Nations languages: A tapestry of culture and identity - Adda-addummaa afaanota Saboota Jalqabaa: Aadaa fi Eenummaaに寄せられたリスナーの声

カスタマーレビュー:以下のタブを選択することで、他のサイトのレビューをご覧になれます。