『How to donate blood in Australia - Australia keessatti akkamiin dhiiga arjoomta』のカバーアート

How to donate blood in Australia - Australia keessatti akkamiin dhiiga arjoomta

How to donate blood in Australia - Australia keessatti akkamiin dhiiga arjoomta

無料で聴く

ポッドキャストの詳細を見る

このコンテンツについて

Each time you donate blood, you can save up to three lives. In Australia, we rely on strangers to donate blood voluntarily, so it’s a truly generous and selfless act. This ensures that it’s free when you need it—but it also means we need people from all backgrounds to donate whenever they can. Here’s how you can help boost Australia’s precious blood supply. - Yeruma dhiiga arjoomtu, lubbuu sadii oolchuu dandeessa. Australia keessatti namootuma of-kenninsaan dhiiga arjooman irratti hirkatna. Dhugumatti, arjummaa fi namaaf yaaduu dha. kun yeroo ati dhiiga barbaaddu tola argachuu kee illee dhugoomsa- garuu ummata aadaa hunda irraa tahan yeroo fedhetti akka dhiiga arjooman barbaadna. Dhiheessii dhiigaa Australia akkamiin akka ol kaaftan irratti dubbatna.
まだレビューはありません