『Tajaajila kennitootaa fi hawaasa keenya wal agarsiisuu ture kaayyoon qophii keenyaa jedhu obbo Nasir Kaliil』のカバーアート

Tajaajila kennitootaa fi hawaasa keenya wal agarsiisuu ture kaayyoon qophii keenyaa jedhu obbo Nasir Kaliil

Tajaajila kennitootaa fi hawaasa keenya wal agarsiisuu ture kaayyoon qophii keenyaa jedhu obbo Nasir Kaliil

無料で聴く

ポッドキャストの詳細を見る

概要

Sanbata duraa dabre qophii odeeffatnoo hawaasaa qopheessaa jiran irratti laallee argatneen qopheessitoota qophichaa kan tahan keessummoota lama dubbisuun keenya ni yaadatama. Isaanis Obbo A/Salaam Alii fi Obbo Tafaayee Dafaa turan. Barbaachisummaa qophii kanaaf akkamitti akka deemuuf jedhu fi kkf bal'inaan ture kan ibsan. Har'a Obbo Naasir Kaliili itti baha qophii kanaa gaafatne ibsan.
まだレビューはありません