『Odeeffatnoo hawaasaaf barbaachisu qopheessaa jirra- ob. Tasfaayee Dafaa fi ob.A/Salaami Ali』のカバーアート

Odeeffatnoo hawaasaaf barbaachisu qopheessaa jirra- ob. Tasfaayee Dafaa fi ob.A/Salaami Ali

Odeeffatnoo hawaasaaf barbaachisu qopheessaa jirra- ob. Tasfaayee Dafaa fi ob.A/Salaami Ali

無料で聴く

ポッドキャストの詳細を見る

概要

Konferensii Odeeffantoo hawaasaa qopheessaa jirra kan jedhan qopheessitoota qophii kanaa namoota Lama dubbifne. Isaanis obbo Tasfaayee Dafaa fi Obbo A/Salaam Ali ti. Sanbatta duraa fuula keenya dura jiru, odeeffannoo hawaasa keenyaaf kan kennan qaamota tajaajila mootummaa tahan kanneen akka Service Victoria(dhimma Centrlink) waliin wal qabate akkasumas tajaajila adda addaa irraa kanneen argaman afeeramuu obbo Tasfaayee fi obbo A/Salaam aaf-gaaffii taasifneef keessatti ibsaniiru.
まだレビューはありません