『Gaafatama keenya baanee dhalootatti dabarsina- Amaan Badhaasoo fi Jamaal Muusaa』のカバーアート

Gaafatama keenya baanee dhalootatti dabarsina- Amaan Badhaasoo fi Jamaal Muusaa

Gaafatama keenya baanee dhalootatti dabarsina- Amaan Badhaasoo fi Jamaal Muusaa

無料で聴く

ポッドキャストの詳細を見る

概要

Oromo week , Kubbaa miilaa, uttaalchoo, fi taphoota adda addaa kan of keessatti qabu ture jedhu Amaan Badhaasoo fi Jamaal Muusaa. Tapha fi qophii guyyaa shaniif turee irratti gargaarsii fi deggersi hawaasa keenyaa keessattuu harmooliin dadhabbii tokkoon malee nu bira dhaabbatan, galata qabu jedhu Jamaal fi Amaan.
まだレビューはありません