『Australia’s unique wildlife: what makes it special and what’s at risk - Bineensota Bosonaa Austrlia: Maaltu adda godha balaan mudatuu malus maal』のカバーアート

Australia’s unique wildlife: what makes it special and what’s at risk - Bineensota Bosonaa Austrlia: Maaltu adda godha balaan mudatuu malus maal

Australia’s unique wildlife: what makes it special and what’s at risk - Bineensota Bosonaa Austrlia: Maaltu adda godha balaan mudatuu malus maal

無料で聴く

ポッドキャストの詳細を見る
Australia is one of the most biodiverse places on Earth, home to wildlife and plant species found nowhere else on the planet. In this episode of Australia Explained you’ll learn about what makes Australia’s biodiversity so special, the threats it faces and how we can all help protect it. - Austraaliyaan iddoowwan lubbu qabeeyyii lafa kana irra jiran qabdu keessaa tokko yeroo taatu, bineensota bosonaa fi gosoota biqiltootaa lafa kana irratti bakka biraatti hin argamne of keessaa qabdi. Qophii Australia Ibsu jedhu har’aa keessatti waa’ee maaltu lubbu qabeeyyii Australia akkas adda godha kan jedhuu fi balaa isaan mudatuu malu irraa akkamitti hundi keenya tiksuu akka dandeenyu barattu.
adbl_web_anon_alc_button_suppression_t1
まだレビューはありません